Similar User
@dasheni_flank
Prime Minister Abiy's speech made today at the 116th Celebration of Army day cleared in no uncertain terms the doubts & misrepresentations. Left no room for doubters & naysayers. As usual, we sustain peace and strive for regional stability & beyond. youtu.be/qZtGNEo9w7U?si…
#ሰበር ዜና ❗️ የጎንደር፣ ባህርዳር፣ ደብረ ማርቆስ፣ ደጀን፣ መስመር ሙሉ በሙሉ በጀግናዉ የጥምር ጦር ሰራዊት ቁጥጥር ስር ዉላል። የወሎ መስመር መጀመሪያዉንም ክፍት ነበር። ወደ ወረዳዎችና ቀበሌዎች በመሸሽ ላይ የሚገኘዉን ጀውሳ በቀጣይ የመልቀም
#Odeeffannoo-Addaa Mootummaaf!! Gareen shoorarkeessituu Jawwisaa (Faannoo) Gama minjaareetin daandii guddaa jibuutii weeraruf humna dhoksaa sameen shawaa fi magaalota Adaamaa keessaa dhoksaan imalchiisa jiraachuu isaa iccitiin miliqxee baate nu qaqqabeera.
Suuraan armaan gaditti argitan kun kan waggaa lama dura, July 24, 2021, karaa Gonder Tube marsariitii hawaasaa irratti maxxanfamee turedha. Gareen sobduun garuu suuraa kana akka waan har'a naannoo amaaraatti dhalateetti raabsaa waan jiraniif.... Soba kana saaxilaa. Saaxilli
Suuraan armaan gaditti argitan kun kan waggaa lama dura, July 24, 2021, karaa Gonder Tube marsariitii hawaasaa irratti maxxanfamee turedha. Gareen sobduun garuu suuraa kana akka waan har'a naannoo amaaraatti dhalateetti raabsaa waan jiraniif.... Soba kana saaxilaa. Saaxilli
Humni fannoo Tarkaanfii raayyaa ittisaa biyyaa dandamachuu dadhabdeetti harkaa keenachuu eegaltee !!
Oduu_Simbirtuu Perezedaantiin Mootummaa Naannoo Tigiraayi Irraa. Finxaaleyyii Naannoo Amaaraa Nageenyaa Biyyaa Dhoorkan Irratti Tarkaanfii Fudhachuuf Ajaja Mootummaa Federaalaa Eegganna Malee Qophii Hunda Xumurreerra Jedhan Obbo #Geetaachoo Raddaa 🙏🙏🙏🙏
Hogganaa tilmaamaan osoo hin taane beekumsaan beekee biyya bulchaa jiru, qeequuf beekumsa si barbaachisa. Fiinxaleeyyi gurra isin calaw.
Shororkessa ABUT daa’imman waranaaf hiriirsuun gaddisiisadha-Pirofeesar Aan Fitzi Jeraldi Shororkessaa ABUT daa’imman waraanaf hiriirsuu fi calllisuun hawaasa idil addunyaa akka isaan yaaddessu Qorattun Dhimma Nageenyaa Idil Addunyaa Kanaada Pirofeesar An Fitzi Jeeraaldi ibsan
Gaa'illi Shiraa Diigame ‼️ Shanee fi TPLF waligaltee isaanii diiguu ifatti labsaniiti jiru Akkuma kana dura jenne gaa'elli Shanee fi TPLF gaa'ela milki hin qabne ta'uun digamee jira.Wayyaaneen bara 1983 irraa eegalee Oromoo cabsuuf dhaabni isheen itti fayyadamaa turte Shaneedha
Raayyaan Ittisa Biyyaa birmadummaa biyyaa mirkaneessuuf dirqama waan qabuuf mariidhaan duratti naannoo Tigraay to'annoo mootummaa feederaalaa jala galchuutu irra jiraata. Biyya mootummaa qabdu keessatti mootummaa biraa uumuun heera biyyaa faallessuudha.
Warra Koofiyyaa Diimaa Nageenyi waaraa kan argamu irree Gootawwan Itoophiyaan 🇪🇹 qabduuni dha! Jaarsummaa fi Araarri abadan Juuntaa fi Shiftaaf hin barbaachisu❗Hunda isaayyuu Arginneerra !Gumaa waliin araaramuun hirmii dha! Shoroorkeessituu kamiifuu #Diridirii osoo hin taane..
Wayyaaneen Bofa Summiin Guutamteedha. #Ethiopia: Bofti haga summiin ishee hin badnetti nama hidduu hin dhiistu. Wayyaaneen bofa summiin guutamedha. Wayyaaneen araara gama mootummaatiin dhiyaachaa ture akka qoosaatti fudhachuun, araara hin feenu, waraanni aadaa tapha keenyaati,
#Oduu_Muudamaa❗ #Aadde_Fadila_Biyya_Abbaa_Maccaa Waajjira Muummee Paartii Badhaadhinaatti, hoggantuu Biiroo Damee Qunnamtii Ummataafi Idil-addunyaa tahuun Muudamanii jiru.
United States Trends
- 1. ICBM 135 B posts
- 2. #KashOnly 16,1 B posts
- 3. The ICC 75,4 B posts
- 4. #thursdayvibes N/A
- 5. Good Thursday 26,5 B posts
- 6. International Criminal Court 42 B posts
- 7. Netanyahu and Gallant 58,9 B posts
- 8. Happy Friday Eve N/A
- 9. #Thursdaytechnology N/A
- 10. Bezos 27,5 B posts
- 11. Dnipro 54,2 B posts
- 12. #ThursdayMotivation 5.028 posts
- 13. #21Nov 3.055 posts
- 14. Reece James 8.297 posts
- 15. Diddy 102 B posts
- 16. Adani 782 B posts
- 17. Nikki 53,3 B posts
- 18. Katie Couric N/A
- 19. MIRV 6.163 posts
- 20. Bitcoin 641 B posts
Who to follow
Something went wrong.
Something went wrong.