Sanyii Aynsa
@SegniAynsaWaan ofiin jiraachuun Biliisummaadha
Similar User
@hundeeaddunyaa1
@moatagudeta
@ShimelisGirma6
@DhaabbataW
In salaalee, Garba Gurraachaa district, the wakefana religion Galma was burned by the government security forces last night @ 4:30 local time.
In salaalee, Garba Gurraachaa district, the wakefana religion Galma was burned by the government security forces last night @ 4:30 local time.
🌳 OTC -STOP State-Sponsored terrorism and GENOCIDE on Oromia #AbiyMustGo
#Maraammartoo kitaaba jaal Seenessaa Burqaa keessaa kan fudhatame "Beekamtootni Oromoo hanga Oromoo fi Oromiyaa hinbeekani. Beektotaa fi gootota Oromoo ammoo Oromootu haga isaanii hinbarre. Siyaasa keenyatu kana keessa Maraamartoo taphata." Via Seenessaa Seenaa Burqaa
Ful, 19/2022 Dhiibbaan Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuu fi Hawwii Guddinatti Waaqeffattoota irratti deemaa jiru hin dhaabbanne. Daaroo Labuutti kanneen hidhaman hin hiikamne jiru. Hawwii Guddinaati ammoo re'oota 400 olii fi loon 100 iddoo dheedati godaansifaman!
Daawwadhaa! Namni Oromoo ta'e waan Oromoo hin xiqqeessu, hin miidhu, duras hin dhaabbatu! Yoo ilmuma abaaraaafi cubbamaa ykn wallaalaa wallaalarra maayii ta'es malee!youtu.be/tBIDZG7bAf4
Hidhamuun Barsiisota Amantii Waaqeffannaa Dagalee Abdiisaa fi Bulee Alii Oromoo Amantii garagaraa hordofullee dallansiisuufi muufachiisuu fayyadamtootni miidiyaa hawaasa ibsaa jiru. facebook.com/27562580299317…
United States Trends
- 1. #twug 3.142 posts
- 2. $ELONIA 1.464 posts
- 3. #RTXOn 4.886 posts
- 4. Happy Thanksgiving 26,5 B posts
- 5. Johnie Cooks N/A
- 6. #PumpRules 3.273 posts
- 7. Sharon Stone N/A
- 8. Mack Brown 4.853 posts
- 9. Hezbollah 151 B posts
- 10. #ai16z 2.457 posts
- 11. $KACY 17,3 B posts
- 12. $CUTO 7.466 posts
- 13. James Houston N/A
- 14. Lebanon 185 B posts
- 15. Broyles Award N/A
- 16. Rivian 7.767 posts
- 17. #GivingTuesday 3.125 posts
- 18. Avocados 9.462 posts
- 19. Billboard 590 B posts
- 20. Tariffs 225 B posts
Something went wrong.
Something went wrong.