Qeerroo Bilisummaa Oromoo
@Qeerroo2011Qeerroo| The National Youth Movement for Freedom and Democracy https://t.co/TRXzHfsWMb https://t.co/ZhipoMEhQ1
Similar User
@DhiirooGarbii
@Huulluqii
@GuyoWAbajirma
@GiiftiiW
@GoobanaaFaaraa
@SabontuFiB
@siraj_sabaaf
@FatiiIntalaa
@hawwiijatani
@Badhe430
@YohanisMegersa2
@YeroonAmma3
@MotiGari
@JBaayisaa
@Kenenitii
Please note the following are our communication and social media channels. Follow us: 1. Twitter: twitter.com/Qeerroo2011/ 2. Facebook: facebook.com/SQeerroo/ 3. Telegram Channel: t.me/Qeerroo2011/ 4. Instagram: instagram.com/qeerroo2011/ 5. YouTube: youtube.com/@Qeerroo2011
Mootummaa Abbaa Irree Abiyyi Ahimed irrattti mormiin eegale. (SQ-Waxabajjii 03, 2024) Murni Abbaa irree Abiyyi Ahimediin durfamu kan Oromoof rifaatuu homaatuu hin qabne, iyyeessota ilmaan Oromoo kuma dhibbaan lakkaawaman maqaa “ijaarsa seeraan alaa” jedhuun karaarratti…
Ethiopian Airforce loses one TB2 drone with its loaded artilleries(grenade), in Horo Guduru Walaga of Oromia today.
Oduu Addaa (SQ-Caamsaa 22, 2024) Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongoroo Ganda Caancoo keessatti Drone n Faashistii Abiy Ahimediin akka Uummata Oromoo fixxuuf bobbaate, boombii hedduu waliin maasii qonnaan bulaa keessatti kuftee argamteetti.
Murni gidirsaan PP Mirga namummaa dhala namaa sarbuun rakkoo ulfaataa ilma namaarraan gahaa jira! (SQ-Caamsaa13, 2024) Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsoo Araddaa Gaara Abdullaatitti Abbaa Maatii Obbo Iisaa Abdii Ussoo jedhaman dirqamaan Mooraa Leenjii Waraanaa deemuu qabdu…
#DUULA_GUYYOOTA_40tin Sabboontota Oromoo lafarraa duguguuf karoorfame akkuma itti fufeetti jira. (SQ-Ebla 29, 2024) Dargaggoo Milkii Wanduu Abbabaa Jedhama. Godiina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Walisoo Ganda Baadiyyaa Wallu Wadalaa (Wallu Sooma) Jedhamutti dhalatee guddaate.…
Toora Miidiyaa Hawaasaatti gargaaramuun sirni biyya bulchu odeeffannoo Kijibaa tamsaasuu Qorannoon BBC mirkaneesse! (SQ-Ebla 19, 2024) Sirni Impaayerattii (Xooppiyaa) bitee jiru Bilxiginnaan Miidiyaalee Hawaasaa kan akka Facebook fi Telegram tti dhimma bahuun odeeffannoo…
Qeerroon Bilisummaa Oromoo Oromiyaa bakkeewwan garaagaraatti GGO kan bara 2024, Eebila 15 kabajaa oolani. (SQ-Ebla 15, 2024) Godina Jimmaa Aanaalee fi Magaalota garaagaraa, Magaalaa Naqamtee, Magaalaa Amboo, Magaalaa Ciroo, Adaamaa Bishooftuu, Finfinnee fi bakkoota biroo…
Dhiigaaf Lafeen Kitimamnee Oromiyaa Walabaa ijaarra! Irbuu fi Imaanaa Jaallanii Walabummaa Oromiyaatiin Ni Mirkaneessina! (Ibsa Qeerroon Bilisummaa Oromoo Ebla 15 ilaalchisuun baase)
Sirni abdii kutataan PP beekaaf hayyuu Oromootti xiyyeeffachuun ajjechaa rifaasisaa itti fufe. (SQ-Ebla 11, 2024) Godina Wallagga Lixaa Aanaa Yuubdoo Ganda Ciisaa Boorriitti Barsiisaa Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ciisaa Boorrii kan ta’e Barsiisaa Bijigaa Immiruu Ebla 10, 2024…
Oduu Gaddaa (SQ- Ebla 10, 2024) Qondaalli Adda Bilisummaa Oromoo ABO Jaal Battee Urgeessaa bakka dhaloota isaanii Magaalaa Maqiitti Hoteela keessa turan keessa Humnoota Mootummaan baafamuun rasaasaan ajjeefamanii karaarratti gatamuun dhagaa’ame. Obbo Batteen Jimaata darbe gara…
Bate Urgessa, #OLF political officer shot dead #Bate_Urgessa, political officer of the opposition Oromo Liberation Front (OLF) has been killed, sources confirmed. Bate was shot dead last night in #Meki town, East Shoa zone of the Oromia region.
Sirni maqaa Oromoo dhahataa Oromoo lafarraa daguugee fixuuf karoorfate PP'n ajjeechaa heddummeessuun jabeessee itti fufee jira. (SQ-Eebila 06, 2024) Kibba Lixa Shaggar Aanaa Bachoo Ganda Soyyamaatti waraanni pp Abiyyi Ahimediin bobbaafamu sababa tokkoo malee Nama maqaan isaa…
The Oromo people have unfortunately lost their lives due to the actions of the Abiy regime. In Tolee District, South-West Showa Zone, Central Oromia, the PP army carried out an attack on civilians, resulting in the tragic deaths of over 20 individuals. The names of the victims…
Sirni Faashistii Abiyyi Ahimed ajjechaa jumlaa gara jabinaa itti fufe. (SQ-Eebila 05, 2024) Murni faashistii Abiyyi uummata Oromoo fixaa jira. Humni weerartuu waraana PP uummata nagaatti dhukaasuun, Giddu_Gala Oromiyaa Godina Kibba-dhiha, Shaggar Aanaa Tolee keessatti,…
Murni abbaa Irree Abiyyi Ahimediin durfamu Kibba Oromiyaa bakkoota hedduu keessattiUummata nagaa rashanaa jiraachuu fi Meeshaa gurguuddaan lubbuu namaaf qabeenyaa mancaasaa jiraachuu maddeen Sagalee Qeerrootti himani. (SQ-Eebila 01, 2024) Bitootessa 25, 2024 Godina Gujii Bahaa…
United States Trends
- 1. Travis Hunter 11,7 B posts
- 2. Arkansas 28,6 B posts
- 3. Heisman 5.144 posts
- 4. Ewers 2.088 posts
- 5. Northwestern 6.324 posts
- 6. $CUTO 8.259 posts
- 7. Carnell Tate 1.606 posts
- 8. Colorado 67,8 B posts
- 9. Sheppard 2.933 posts
- 10. Sark 1.824 posts
- 11. Jeremiah Smith 1.310 posts
- 12. Caleb Downs N/A
- 13. Isaac Wilson N/A
- 14. #HookEm 2.645 posts
- 15. Denzel Burke N/A
- 16. Shedeur 3.770 posts
- 17. Wrigley 3.858 posts
- 18. #Buckeyes N/A
- 19. Arch 15,6 B posts
- 20. #SkoBuffs 3.571 posts
Who to follow
-
Dhiiroo Garbii
@DhiirooGarbii -
Hulluuqii Dhugaaf
@Huulluqii -
Guyo Wariyo Aba-Jirma
@GuyoWAbajirma -
Giiftii Waaqoo
@GiiftiiW -
Goobanaa Faaraa
@GoobanaaFaaraa -
Sabontu Ahmed
@SabontuFiB -
Siraj Sabaaf
@siraj_sabaaf -
Fatii Intalaa Harargee
@FatiiIntalaa -
𝐈𝖓𝖙𝖆𝖑𝖆 𝐖𝖆𝖗𝖗𝖆 𝐇𝖆𝖓𝖌𝖆𝖋𝖆𝖆 🌳
@hawwiijatani -
Badhe430
@Badhe430 -
Yohanis Megersa
@YohanisMegersa2 -
Yeroon Amma
@YeroonAmma3 -
Gada Gari
@MotiGari -
Jaarraa Baayisaa
@JBaayisaa -
Keneni 🌳
@Kenenitii
Something went wrong.
Something went wrong.