@QabsooM Profile picture

Atis Anis

@QabsooM

Joined October 2021
Similar User
Hayaat Amaan🇵🇸 photo

@amaan_hayaat

Free All Oromo political

This post is unavailable.

Free All political Oromo

Tweet Image 1

Atis Anis Reposted

Updates: - The OLA defeated regime forces in the districts of Leqa Dulecha and Yubdo in western Oromia today. - Heavy fighting continues in the districts of North Shawa and West Shawa. #OromoLiberationArmy #Ethiopia


Atis Anis Reposted

Current @AbiyAhmedAli situation And preparation for war


Atis Anis Reposted

Baranuma. Eebba jajjabee Zoonii kibbaa Godina Gujii Bahaa maarsaa immala gara Finfinnee jedhu eebbisee bobbaasee jira. Humni barbaadeessaa Dinaa WBO'n har'as borus ni jiraata. INJIFANNOO UMMATA OROMOOF 💪👈❤️ Bobbaan milkii baranuma.

Tweet Image 1
Tweet Image 2

Atis Anis Reposted

#Sadaasa 11/2021 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBOn) Baha oromiyaa Godina harargee lixaa Ona mi'eessoo ganda daalachaa iddoo jajjaboo Kurfaa Sophiinsaatti tarkaanfii laalessaa fudhateen loltoota gabroomfataa 20 ol ajjeesee hedduu madeessuun meeshaa hedduu irraa hiikee jira.

Tweet Image 1
Tweet Image 2

Atis Anis Reposted

#Jimmaa!! Zeenuu Shaafii magaalaa Finfinneetti hojii humnaa hojjataa turee torbee darbe gara bakka dhalootasaa limmuu Saqqaa Maatii dubbisuu akka dhaqeen Qabamee eessa akka buusan dhabamee jira. Qerroo hidhun kaleessa furmaata hin fidne Harras furmaata hin fidu.

Tweet Image 1

Atis Anis Reposted

❤️ Do you care about #Oromiyaa and #Oromummaa? Stand with #WBO & #ABO! 💚


Atis Anis Reposted

Oromo who makes up over 60%of Ethiopia population, according to the deputy special envoy has been not only ignored but their death has been invisible 2 west. Oromo endured the worst in Ethiopia.The west willful ignorance sends a bad message. It gives greenlight to Abiy to kill...


Atis Anis Reposted

ሰበር ዜና ‼️ #Ethiopia : በአፋር ግንባር የጅቡቲን ጥቁር አስፋልት ለመቁረጥ የሞከረውና በአፋር ክልል በተለያዩ ቦታዎች መረራ ለመፈጸም ጥቃት ሲያደርስ የነበረው የትግራይ ነጻ አውጪው ወራሪው ሽብርተኛ ቡድን ሁለት ብርጌዶች ሙሉ ለሙሉ ተደመስሱ::


Atis Anis Reposted

Galgala kana Waraanni motummaa lakkoofsan 12 ta'an Gindabarat naannoo Dambiitti WBOtti makamaniiru. Warri hafaniinis jabaadhaa gara Gooticha Waraana Biliisummaa Oromootti harka kennadhaa jedhaanii..

Tweet Image 1

Atis Anis Reposted

Walloo Warra Diroonii Abiyyii bobbaaseen Wareegaman keessaa Qeerroowwan Oromoo Godina Kamisee magaalaa Caffaa Roobititti diroonii qilleensarraan rukutamanii ajjeefaman keessaa warri Suuraan isaanii argame/lubbuun baate Qeerroowwan armaan gadiiti!!!

Tweet Image 1

United States Trends
Loading...

Something went wrong.


Something went wrong.