๐๐ก๐ฎ๐ค๐ซ๐ข๐ข ๐๐จ๐จ๐๐ข๐ค ๐๐๐ฅ๐ข๐ข
@Eyman_TaliiI must study politics and war so that my sons may have liberty to study mathematics and philosophy of scientific negotiations shield Oromoo people city harar
Similar User
@MagarsaMoh94052
@BaboreTesf68974
Jechi ati namaan waraantu akka fakkeenya ๐จmismaaraa mukatti dhahaniiti. Dhiifamni ati boodarratti gaafattu akka mismaara mukarraa buqqisaniiti. Mismaaratu buqqa'e malee, boolli mismaaraa inuma jirti. Dhiifama siif godhe malee bakki waraannamte sun fayyuuf xiqqoo inuma turti.
The name Ethiopia has long been associated with honor, excellence, and freedom. Throughout its history, Ethiopia has maintained its sovereignty and never invaded another country. However, it has always defended itself against those who threatened its sovereignty. And this willโฆ
Egypt waraana gara #Somaaliyaatti bobbaafte sochii tarsiimoon gaanfa #Afrikaa Tensions Qondaaltonni fi meeshaaleen waraanaa Gibxii #Moqaadishoo galaniiru, waraana Gibxii hanga 10,000 hirmaachisuu danda'u Somaaliyaa keessatti eegaluun gabaafamaa fi miilli biyya keessaa ibsame.
Gumaacha guddaa fayyaa dhalootaatiif. Eebba Kitaaba Buโuura Fayyaa Barreessaan: @Dr_Nuredin_Luke Guyyaan Eebbaa: Hagaya 4, 2016 ALI Iddoon Eebbaa๐ Finfinnee Hooteela Ilillii Irraa hin hafina !!
HNN: Hundeeyfama 4n Qalloo 62ffaa & Sirna Kabajaa #Dr_Ali Shabboo.Minnesota.MN.USA Aug.5, 2024 vt.tiktok.com/ZS214Eash/
Jaal Marroo
These images show a tea plantation in progress. We aim to replicate the success we've had with coffee productivity in our tea production.
ุงุฎุชุฑุน ุงูููุณุจูู ุฑุฌู ูููุฏูุ ู ุงุฑู ุฒููุฑุจูุฑุฌ. ูุจุงุนุชุจุงุฑูุง ุฅุญุฏู ู ูุธู ุงุชูู ุ ููู ุชูุนุจ ุฏูุฑูุง ูู ูู ุน ุงูุฃุตูุงุช ุงูู ุคูุฏุฉ ููููุณุทููููู. ููู ูู ูุน ุงูู ูุดูุฑุงุช ุงูู ุชุนููุฉ ุจุงูุฅุตุงุจุงุช ุงูููุณุทูููุฉ ู ู ุงูุงูุชุดุงุฑ. ุณุชู ูุน facebook.com/10002066809525โฆ
Iโm going to @ArraataOโs upcoming Space. Will you join too? x.com/i/spaces/1kvJpโฆ
Jireenyakee keessatti waan gaarii /Going for the best/ barbaadi jedhu hayyoonni. Waaqa yoo kadhatu waanuma xiqqaa hin kadhatiin. Isa guddaa eenyuuf dhiista? Addunyaan kun waa hedduu of keessaa qabdi fageessii yaadi mul'ata fagoo, karoora hiixataa qabadhu x.com/i/spaces/1ypJdโฆ
Akka hayyoonni jedhanitti jireenya galateeffannaa qabu / Leading life with gratitude / jiraachuunis murteessaadha. Fayyaafi nageenya qabaannaan isaatti gammaddi, waan of harkaa qabdutti, ooltee buluukeetti galateeffadhu. gammadii jiraadhu jedhu.
Yeroo dargaggeessa taatetti dandeettii qabda. Wantoonni ati hojjechuu jaallattuu fi gaโumsa itti qabdu ni jiruu? Dandeettiiwwan sana guddifadhu, itti fayyadami, gufuuwwan si mudatanis abdii hin kutin. Abjuu kee irratti abdii hin kutin.
Bareedina nama tokko gubbamarra laaltee jaalalaan irraa qabamuu ni Malta. Garuu hubadhu! Kan waliin jiraattuu haalaaf Amala malee fuulaa miti. Uffata kee caala onneen kee akka hin xuroofne of eeggannoon qabi. Onneen takka xurooftu hin miicamtu waan ta'eef.
Welcome to Beautiful #Addis_Ababa City,Ethiopia๐ช๐น . . . #SmartCity #finfinnee_smart_city #picoftheday #moodchallengemoodchallenge #city #Ethiopia #ETH
The Addis Standard Quarterly Journal (#ASQJ) issue #2 is out! Click here and order your copy! journal.addisstandard.com/?p=1117 A beacon of intellectual discourse and literary excellence, our 90-page Quarterly Journal is a sanctuary where the written word thrives, crafted by the mindsโฆ
Dr. Sheek. Mahammed Rashad Abdullee faajiilee Oromoo bifa uffata Aadaa Oromoo ittiin ibsamu jechuun Adii, Gurraachaa fii Diimaa filachuun hiikkaa isaa wajjiin Qabsaawota qabsiisuun Nama khalaqeedha. Hojiilee inni hoojatte, kan dhagayame qofa osoo taane hedduun Akka jirtu........
B-2 Bomber simbirroo tokko dachaa gochuu? Eeyyee, boombii dhoksaa B-2 Spirit simbirroo akka fakkaatu gabaafameera,
keessumaa dizaayiniin baallee balali'u kan gosoota simbirroota tokko tokko kan akka battee wajjin wal fakkaatu qaba. Dizaayiniin B-2 addunyaa uumamaatiin dhiibbaa kan geessise yoo ta'u, dhoksaa, gahumsa aerodynamic fi mallattoo raadaraa hir'isuuf kan mijate ture.
keessumaa dizaayiniin baallee balali'u kan gosoota simbirroota tokko tokko kan akka battee wajjin wal fakkaatu qaba. Dizaayiniin B-2 addunyaa uumamaatiin dhiibbaa kan geessise yoo ta'u, dhoksaa, gahumsa aerodynamic fi mallattoo raadaraa hir'isuuf kan mijate ture.
United States Trends
- 1. Kendrick 181ย B posts
- 2. Daniel Jones 37,1ย B posts
- 3. Luther 19,9ย B posts
- 4. #TSTTPDSnowGlobe 4.403 posts
- 5. $CUTO 4.821 posts
- 6. Giants 68,5ย B posts
- 7. Squabble Up 9.454 posts
- 8. Kdot 3.627 posts
- 9. TV Off 12,8ย B posts
- 10. Kenny 19,8ย B posts
- 11. Danny Dimes 1.219 posts
- 12. Reincarnated 9.777 posts
- 13. Dodger Blue 3.604 posts
- 14. Wayne 29,5ย B posts
- 15. Muppets 6.792 posts
- 16. #StrayKids_dominATE 5.798 posts
- 17. Wacced Out Murals 11,9ย B posts
- 18. Jack Antonoff 1.816 posts
- 19. One Mic 3.441 posts
- 20. Heart Pt 6.333 posts
Something went wrong.
Something went wrong.