Rottoo Gaguraa lammii offii nyaatuu boqbaqaa
.#Jaal_Jawaar_Mohammed .#Jaal_Baqqalaa_Garbaa, .#Jaal_DajaneeXaafaa, .#Jaal_Hamzaa_Booranaa har'as fedhii isaaniitiin M/Murtiirraa hafani. Murtii haqaa hin qabe hin dhiyaannu jechuun M/Murtiif himaniiru. Haaluma kanaan ammas 21, 2013tti beellamame.
Gaddaa guddaa ilmaan oromoof Dr Kabajaa Abbabech Gobanaa du'an Addunyarraa boqatan jiruu biyyoon sittii haa salphatuu hadhaa hiyyessaa
Itoophiyaan siirnii Abbaa irree farsaa jiruu cicitee badaa jirtii Utubaa ishee daqee jiraa
Warranni hardhaa akkanatii cisuu kun oromiyaa keessaa ilmaa oromoo raasasaan waalin nyaataa turee hardhaa kinoo akkaa raqatii cisaa jiraa.
Ummataa haqaa akkaa harretii dhitaa hadhaa hiyyessaa bochisaa ilmoo jalaa ajjessaa fedhaan gudedaa ilmaan oromoo irraatii qumaraa taphataa ammoo kinoo harkii dalagatan isani debbi'ee jiraa
Abiyii Ahmed Warrannaa Boji'amaa qabatee biyyaa digaa Juuntaa jettee sirbaa turtee Bilxiginnaan ammaa akkam tatuu ree yoo Juuntaan isin dhittaa jiruu kana loltuu Abushaa Juuntaa akkaa harree masakaa jirtii
Bilxginaan yeroo OPDO offiin jettuu sanii TPLF waalin ilmaan oromoo ajjessaa hidhaa.biyyaa isaa buqisaa turtee hardhaa ammoo maqaa OPDO sani irraa garaa (pp) Bilxiginaatii jijiratee Sirnaa nafxanyaa debbisuuf akkasumalee nafxanyaa waalin ilmaa ilman oromoo lafarraa dugugaa jiru
Tigraay Maqaleetti guyyaa Walabummaa isaanii mirkaneeffatan har'a ummata waliin kabajaa jiru ummata jumaatama waliin..!! Araarri PPn haasooftu Ummata sobuufi malee Tigraay biyya birmadummaa qabdu taatee jirti..!!
The Eritrean regime's soldiers are committing sexual violence against women. They must immediately & fully withdraw from #Oromia #Tigray #BG #Ethiopia. Their withdrawal must be verified by @UN @StateDept @EUCouncil #EritreanTroopsOutofOromia #STOPWarOnOromia.
Filannoo kijibaa seraa hin qabuu haqaa hin qabuu
United States Trends
- 1. Kendrick 612 B posts
- 2. #AskShadow 21 B posts
- 3. Luther 45,2 B posts
- 4. Drake 81,7 B posts
- 5. MSNBC 194 B posts
- 6. Wayne 56,5 B posts
- 7. Daniel Jones 46,1 B posts
- 8. Kdot 9.389 posts
- 9. TV Off 37,4 B posts
- 10. Squabble Up 27,1 B posts
- 11. LinkedIn 39,7 B posts
- 12. NASA 70,2 B posts
- 13. Dodger Blue 14,2 B posts
- 14. Reincarnated 35,4 B posts
- 15. #BO6Sweepstakes N/A
- 16. Brandon Allen 1.079 posts
- 17. Giants 77,5 B posts
- 18. Gloria 46,3 B posts
- 19. Jack Antonoff 9.265 posts
- 20. Kenny 23,9 B posts
Something went wrong.
Something went wrong.