Diqqaa Jaatanii Bulee
@GUDDAKOOHanga foon kiyyaa fi lubbuun tiyya wal gadi dhiiftutti, dhugaa gadi hin dhiisu! โค๏ธ๐ฑ
Similar User
@AbadulaW
@Galmookanoromo
@WBOforce
Har'a iddoo kaleessa turre hin jirru. Boris iddoo har'aatti hin argamnu. Nu imaltuu kaayyooti. Gara galma keenyatti qaxxisna. Iddoo diinonni keenya itti nu yaadan hin jirru. Galma ga'uuf kaayanne irraa immoo humni nu dhaabu hin turre, hin jiraatus! โค๐โค
Gocha garaa jabummaa mootummaan xoophiyaa Oromoo irratti gochaa jiru. Gocha badaa kan nama lubbuun jiru awwaalaniidha. @SecBlinken @SenateForeign @eu_eeas #UN @AP @Reuters @nytimes @hrw @AFP #StopKillingOromos @_AfricanUnion @AFP
Gudina wallaggaa lixaa ona Qilxukaarraatti Gochi gara jabeenyaa PPn gochaa jirtu kana fakkata Kun kan tahaa jiru kaanbii raayyaa ittisa biyyaa #Qilxukaarraa keessatti.๐ฅ #Waan_Jechaa_Nama_Wallaalchisa๐ญ @_AfricanUnion @citizentvkenya @elonmusk @eu_eeas
Yaa kutataa ilmaa Kan hin beekne sodaa Du'attuu si yaamee Ani maalan godhaa?! Ilma gaafa roorroo Ilma gaafa falmaa Deemsi isan eegaltan Sirriiqee ga'aa galmaa!
Hin fiigu hin jarjaruu Hin gammadu hin gadduu Suuta tarkaanfata Kan dhugaa barbaadu @miila t.me/miilaxiiqii
Gujii, Aanaa Sabbaa Boruu, Gandaa Loolluttuutti Mafiaโn Abiyyii bobbaaseee (RIB) Nama Alaakaa Gammadaa jedhamu Abbaa maatii mana isaati gadi baase fuula ijoollee isaa duratti rashanee! https://t.co/JPGM9pe0OK #OromoVoice #LetOromosLive
Goonni Goota jaallataa Daandiisaa barsiifataa Dabeessi itti dhukaasee Lubbuusaa galaafataa Xiqqaa fi guddaanis Hunduu Goota jaallataa Dabeessaafi gadhee Maqaashee lagataa Egaa haa mancaatu Sareefi saroonni.... ..Kan biyyasaa eegu Haa jiraatu goonni @MiilaXiiqii
#Daayimtuu Godina Booranaa Aanaa Dhaas Lolli Ganama kana Saba sumalee #Garriin Boorana haate. Namni lubbuun darbes jira.
Xonqaayiin kun harra Moojoo keessatti lukkuu gurraattii ajjeestee utuu xibaartuu qabamte. Yaa suutee yaa suutee Qeesiin karchallee buutee, Ba geetaa ba geetaa Maal taate yaa maalgeetaa!
Oromos aren't safe anywhere! Some Oromo residents of Benishangul-Gumuz Regional State were brutally murdered by Amhara & Sidama Special Forces after torturing them. @SecBlinken @SenateForeign @eu_eeas #UN @AP @Reuters @nytimes @hrw @AFP #StopKillingOromos @_AfricanUnion @AFP
Taakalaa Mangashaa Dinagdee fi Haabtaamuu Aayyanaa haarka isaani gara duugduubaatti hidhani haala suukkanneessaan Huumna Addaa Sidaamaa fi Amhaaraatiin aajjafaman. Hin dagannu! https://t.co/syNkklrg7e #EndKillingOromos #oromovoice @POTUS @_AfricanUnion @elonmusk
While millions of Oromos are starving to death, @AbiyAhmedAli & @ShimelisAbdisa have planned to build palaces that cost billions. Irresponsible! @SecBlinken @SenateForeign @eu_eeas #UN @NorwayMFA @igadsecretariat @_AfricanUnion @IMFNews @EIBGlobal @AP @Reuters #EndWarOnOromia
All peace loving democratic countries should support the liberation of their natural ally, Oromia, rich in resources minerals including uranium etc. @SecBlinken @SenateForeign @eu_eeas #UN @igadsecretariat @_AfricanUnion @NorwayMFA @AP @Reuters @nytimes @AFP #EndWarOnOromia
Cufaa hin dabarsuu Gufuu deemsaa ta'ee Duraa duubaa marsee Yoo rakkoon wal ga'ee Kan rakkinna cabsu Hin muguu hin rafuu Jidduu jirta malee Moo'uun keen hafuu Keessa keetti himiitii Obsaan tattaaffadhu Murannoo jabaadhan Deemii tarkaanfadhu
Takkaan jenne hin ta'uu Ni danda'aamaa jenne malee Wantii yaalame hin dhibu Jajjabaadhu yaa qaxalee Akka ajaa'ibaatti ta'aa Foormulaan keessan sirrii Aga fedhe humna baasus Milkii hin hanqisuu shirriiโ
Dirree keessii fagoo Dirrii lafaa diriiree Quftumii walti aanee Cinaacha tokko hiriiree Teessuma qajeeltee Durumaa diriirfattee Lafa sa'aaf buulaa Wayaamatti hirkattee Hanga goofaa fi layee Homtuu hin dangeessuu Dirree keessaan taakkaa Karaan wayaama geessuu!
United States Trends
- 1. Dolphins 42,2ย B posts
- 2. Datsun 9.603 posts
- 3. #WinterAhead 187ย B posts
- 4. The Party Never Ends 18,5ย B posts
- 5. Packers 57,2ย B posts
- 6. #GoPackGo 9.867 posts
- 7. #TPNE 1.677 posts
- 8. McDaniel 7.625 posts
- 9. Rental 13,4ย B posts
- 10. Josh Jacobs 8.500 posts
- 11. #DonCheadleDay N/A
- 12. #JuiceWRLD 1.447 posts
- 13. Bibby 1.417 posts
- 14. Jordan Love 9.013 posts
- 15. K Like A Russian N/A
- 16. Party By Myself 1.069 posts
- 17. Tulane 6.533 posts
- 18. Tyreek 6.832 posts
- 19. KTM Drip 1.320 posts
- 20. Grier 1.980 posts
Something went wrong.
Something went wrong.